YEROO NAMAAF BILBILLU BILBILLI KEENNA AKKA HIN MUL’ANNE GODHUUF

Yeroo tokko tokko namoonni nuti bilbilluuf kanneen bilbila keenna akka isaan hin beekne nuti barbaannu jiraachuu dandaha kanaafuu namoota akkasii san jalaa lakkofsa keenna dhoksinee itti bilbiluuf maloota hedduutu jira anis maloota jiran keessaa kan hedduu jaaladhee fi isinis ni jaalattan jedhee itti amane akka itti aanutti isiniif dhiheesse

Mobile keessan irratti application kana download godhaa as tuqi DOWNLOAD & INSTALL

Wanti isin godhuu qabdan jalqaba application download godhuu qofa eega application istall gootan booda hubannoo dabalataatiif video armaan gadii kana daawwadha

DOWNLOAD & INSTALL

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

w

Connecting to %s