Sooftweeriin kun viidiyo edit gochuuf baayyee filatamaadha, akkasumas itti fayyadamni isaas baayye salphaadha.
Dabalataan ‘Screen’ kompitera keessanii yoo waraabu feetanis sooftweeri kana fayyadamu ni dandeettu.
Sooftweeri kana kaffaltii malee tolaan buufachuuf hidha armaan gadii ‘Download’ ka jedhu tuqaa.
Faayili keygen jedhu san fayyadamaati sooftweericha akka kaffaltii isin hin gaafanne cabsaa
Advertisements