Yeroo ammaa kana ilmi namaa ardii tana irra jiraatu irra caalaan mobile harkaa qaba kanumaan wal qabatee wantoonni hedduun ilma namaatiif yeroodha gara yerootti salphaa tahaa dhufanii jiran.
Egaa akkuma jalqabarrati ibsine yeroo ammaa kanatti namoonni fiilmii gaggabaaboo fi akkasuma diraama garagaraa yokan video qophii adda addaa irratti waraabame haala gaariidhaan edit godhuudhaaf computer yokan software garagaraa qabaachuu isin hin barbaachisu mobile keessaniin video feetan waraabdanii application kana gadi buufattanii hojii keessan jalqabuu qofa
application kana download godhuuf hidhaa kana tuqaa install godhaa DOWNLOAD & INSTALL
Youtube channel keenya subscribe godhuuf as tuqaa SUBSCRIBE OROMOTECH YOUTUBE CHANNEL